
Dhukaasa dhaabuun Israa'el fi Hamaas gidduutti yeroo murtaa'eef eegale kun waraana akkaan suukanneessaa ta'e kana haga tokko ni qabbaneessa.
Garuu xumuramuusaa wanti akeeku hin jiru, abdii waan qabuyyuu hin fakkaatu.
Hamaas namoota ugguree ture guyyoota itti aanan keessatti gadhiisuuf tole jedheera, kun